Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 1 fi 560 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun Ministeerri Fayyaa FDRI Dooktar…
Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa waliigalaa FDRI fi Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’ataniiru.
…
Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera.
Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Milkaa’ina bara darbeerraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Milkaa'ina bara darbee irraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
…
Albeemiin galiin isaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu eebbifame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Albeemiin Muuziqaa 'Nigaat' jedhamu deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qophaa'e eebbifame.
Albeemiin kun Waldaalee damee…
Magaalichaatti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’anirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’an kuma 1 fi 351 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Koomishiniin Poolisii magaalichaa…
Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna Addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 dabalataan deeggarsa taasisuu isaa Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise.
…
Ityoophiyaatti Sa’aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 2,016 taasifameen…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 2 fi 16 taasifameen hundinuu bilisa ta’uu isaanii Ministeerri Fayyaa FDRI…
Haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’atamu ibsame.
Haguuggiin fuulaa…
Qamadii kilaasteraan misoomsuun bu’aa gaarii argamsiisaa – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaatti Garbuun Kilaastera jallisiin misoomaa jiraachuu himameera.
Naannoo Oromiyaa, aanaa Jiddaatti…