Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa 3ffaa gaggeesseera
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Manni Marii Bakka Bu'oota Ummataa yaada murtii filannoo ilaalchisuun koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaafi dimokraasii keeyyatoota sadiirratti…
Ayyaanni injifannoo gootota Ityoophiyaa waggaa 79ffaa guyyaa har’aa kabajameera.
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Ayyaanni injifannoo gootota Ityoophiyaa waggaa 79ffaa guyyaa har’aa kabajameera.
Sadarkaa itti aanaa kantiibaatti hogganaa Qindeessaa Klaastara…
MM Dr Abiy, muummee ministiraa Paakistaan waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muummee ministiraa Paakistaan Iimraan Kaan waliin bilbilaan mari'atan.
Weerarri vaayrasii koroonaa…
Abbaan Alangee FDRI raawwii hojii baatii 9 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee FDRI raawwii hojii baatii 9 dhaabbilee waamamoof dhiyeessaa jira.
Walga'ichi Hoteela Sharaatanitti, bifa addaatin akkaataa labsii yeroo…
Manni marichaa filannoo ilaalchisuun yaada murtoo dhiyaate ni raggaasisa
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii addaa 3ffaa booru Eebila 27,2012 gaggeessa.
Walga'ichaanis Boordiin Filannoo Biyyoolessaa filannoo…
MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Flooraa Veej daawwatan
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin buufata biqiltuu fudraa fi mudraa Flooraa Veej daawwatan.…
MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas proojaktii jallisii Maqii-Baatuu ebbisan
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin proojaktii misooma jallisii Maqii-Baatuu ebbisan.
…
Garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta’uu hin qabu –…
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta'uu hin qabu jedhan.
Dooktar Abiy seenaa…
Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan.
Daawwii proojaktootaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite.
Bu’uura misooma sarara baaburarratti balaa…