Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen Murtii Federaalaa guyyoota hojii 22f walakkaan cufamanii kan turan ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) –Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf manneen murtii federaalaa dabalataan guyyoota 22f walakkaan cufamanii kan turan ta’uu Manni Murtii Waliigalaa…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota sadirratti argame
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) –Qorannaa laaboraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti samuudaa namoota 1861 taasifameen namoonni 3 vaayrasii koroonaatin qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
Obbo Barakatii fi obbo Taaddasaatti adabbiin hidhaa itti murtaa’e
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Obbo Barakat Simi’oonii fi obbo Taaddasaa Kaasaatti adabbiin hidhaa waggaa 6 fi 8 itti murtaa’e.
Manni murtii waliigalaa naannoo Amaaraa obbo Barakat…
Qamadii alaa galu oomisha jallisiin bakka buusuu kayyooffame hojjetamaa jira – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Qamadii alaa galu bakka buusuuf oomishtummaa jallisuu dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
…
Ministeerri Qonnaa Konkolaattootaa fi Doqdoqqeewwan misooma Beelladaa fi Qurxummiif oolaan…
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Konkolaattootaa fi Doqdoqqeewwan misooma Beelladaa fi Qurxummiif oolaan naannooleef gumaache.
Haaluma kanaan:-…
Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi paartileen morkattoota filaannoon dheerachuurratti…
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC)-Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi paartileen morkattoota filaannoon dheerachuurratti waligalaan.
Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi…
Sabaaba weerara vaayrasii koroonaan filannoon dheerachuun deeggaramu akka qabu paartileen…
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC)-Sabaaba weerara vaayrasii koroonaan filannoon dheerachuun deeggaramu akka qabu paartileen morkattoota Gaambeellaa ibsan.
Paartii badhaadhina dabalatee…
Ummata Ityoophiyaatif qormaata darbuun kan jalqabaatii miti- aadde Adaanach
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Ummanni Ityoophiyaa yeroo qormaataa darbuun isa jalqabaa miti; yoo waltumsine yeroo qormataa kana ni ceena jedhan haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde…
Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii ariifachiisaa 20ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni marichaa qaama seerummaa Mana…
Heeraan ala aangoo qabachuuf sochii taasifamuuf mootummaan obsa hin qabu – Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Bulchiinsi hirmaachisaa fi ummanni ittiin dhaga'amu fedhii demokraasii barootati jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Muummee…