Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda duree fi waldaalee Imx ce’aniif beekkamtii…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda duree fi waldaalee Imx ce'aniif beekkamtii kenne.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bultoota adda…
Ameerikaan deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ameerikaan carraaqqii Ityoophiyaan tattamsa’ina COVID-19 ittisuuf taasiftu gargaaruuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 37 taasifte.
Deeggarsichi vaayrasi…
Waliigalteen wabii inshuraansii fayyaa kennufi dandeesisu mallatteeffame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Ogeeyyii fayyaa fi ogeeyyii biroo tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa kennaniif waliigalteen wabii inshuraansii fayyaa kennuufi dandeesisu…
MM Dr. Abiy Barreessa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Dooktar Abiy Ahimad Barreessa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin bilbilaan mari’atan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad…
Sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Aleetti qaqqabeen lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Aleetti qaqqabeen lubbuun namoota 12 darbe.
Namoota lubbuun darbaan keessaa hanga ammatti reeffi namoota 5…
Rakkoo nageenyaa godinaalee lixa oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf…
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Rakkoo nageenyaa godinaalee Lixa Oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf tarkaanfiin fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Koomishiniin…
Ibsa ejjennoo Paartiilee Siyyaasaa naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Paartiileen Siyyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an haala yeroo fi biyyaarratti mari’achuun ibsa ejjennoo baasan.
Haalumaa kanaan Paartiin…
Meeshaaleen waraanaa seeran ala imalaa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Giddugala godina Goondar aanaa Taachi Armaacootti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame.
Meeshaaleen waraanaa kun Dhiha Goondar…
Daandiin Aspaaltii Shaambuu – Baakkoo tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Dhiha Oromiyaatti ijaarsi daandii Aspaaltii Shaambuu – Baakkoo xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’uu ibsame.
Daandichi Kiiloo meetira 60.2 kan…
Magaalaa Finfinneetti namoota harka qalleeyyiif manni gandaa kenname
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Qirqoositti jiraattoota harka qalleeyyii 44f manni jireenyaa kenname.
Kanaanis maatiin 185 fayyadamoo ta’aniiru…