Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni kaabinee Finfinnee daandii Shiroomeedaa – Quusqiwaam ijaarsarra jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Miseensonni kaabinee magaalaa Finfinnee daandii Shiroomeedaa - Quusqwaam ijaarsarra jiru daawwatan.
Daawwicharratti itti aanaan kantiibaa…
Obbo Gadduun gorsaa biyyaa fi ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin bilbilaan…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gorsaa biyyaa fi ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin bilbilaan mari'atan.…
Ityoophiyaan Adoolessa guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa kan eegaltu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan Adoolessa dhuftu guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa kan eegaltu ta'uu beeksiste.
Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa, fayyadamtummaa…
Dhimmi Hidha Haaromsaa dhimma birmadummaa biyyaati -hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Dhimmi ijaarsa Hidha Haaromsaa dhimma birmadummaa biyyaati jedhan hayyoonni.
Milkaa'ina ijaarsa hidhichaatif tumsi lammiilee biyyattii akkuma…
Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa karoora baatii 9 gamaaggame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa bara baajataa 2012 baatii 9tti karoorasaa %70 milkeessuu beeksise.
Abbaan taayitichaa raawwii…
Qorannaa sa’aa 24tin, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessa samuudaan namoota 1764…
Koree teeknikaa kooriidorii Iityoo-Jibuutii waliin mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Koree teeknikaa kooriidorii Iityoo-Jibuutii waliin mari'atame.
Ministirri Ministeera Geejibaa aadde Daagmaawiit Moogas koricha waliin…
Oromiyaan hojii weerara vaayrasii koroonaa ittisuu gamaaggame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa hojii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf amma ammaatti hojjetame gamaaggame.
Naannoo Oromiyaatti…
Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli…
Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) – Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli Odeeffaannoo fi Nageenya Biyyaaleessaa beeksise.…
Magaalichatti sagantaan lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan mata duree ‘maatii koo’ jedhuu lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoomeera.
Deeggarsichi…