Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kooriyaan Kibbaa meeshaalee yaalaa vaayrasii koroonaa fi maallaqa Ityoophiyaa deeggarte
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Mootummaan Kooriyaa Kibbaa dhaabbilee biyyattii garaagaraa waliin ta’uun meeshaalaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolaan Ityoophiyaaf deeggarsa…
Miseensota Poolisii Oromiyaaf tajaajjilli yaalaa bilisaan kennamuufi
Finfinnee, Caamsaa 5,2012(FBC) - Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa fi Koomishiniin Poolisii Oromiyaa waliigaltee yaalaa bilisaa walii mallatteessan.
Miseensonni Poolisii Oromyaa fi Maatiin…
Dhaabbanni Tuurki lammiilee Ityoophiyaa balaa lolaan miidhamaniif kan oolu galteewwan nyaataa toonii…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Tuurki lammiilee Ityoophiyaa balaa lolaan miidhamaniif kan oolu galteewwan nyaataa toonii shaan deeggarsa taasisuu Ministeerri Daa’immanii,…
Magaalichatti manneen barnoota dhuunfa 21 qajeelfama kaffalti mootummaan kaa’e darbuun…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Magaalichatti manneen barnoota dhuunfa 21 qajeelfama kaffalti mootummaan kaa’e darbuun akeekkachiifni dhumaa laatame.
Qajeelfama kaffaltii mootummaan…
MM Dr. Abiy Ahimad hoogantoota godinaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012(FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hoogantoota godinaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan.
Dooktar Abiy Ahimad naannoon Sabaa fi Sablammoota Kibbaa…
Ergaa Preezdaanti FDRI Saahilawarq Zawdee dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) –Preezdaanti Saahilawarq Zawdee waamicha Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii walta’insa idil addunyaa ilaalchisuun taasise deeggarsa isaani ibsuun ergaa…
Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessa samuudaan namoota 2424 qoratameera.…
Namoota gochoota Labsii yeroo Muddamaatin dhoorkaman irraa of-hin qusannee tarkaanfiin barsiisaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012(FBC)-Preezdaantin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa haasaa Gamaaggama hojii Koree taaski foorsii ittisa dhibee vaayrasii koroonaa irratti…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-19 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-10 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise.
Daandiin Qilleensichaa meeshaalee yaalaa…
MM Dr. Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorwaay waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorwaay Ernaa Soolbeergi waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Marii isaaniin Noorwaay…