Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara oomishaa kana lafti osoo hin misoomin lafa ba’u hin jiraatu – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Bara oomisha kanatti lafti osoo hin misoomin lafa ba’u tokkollee hin jiraatu jedhan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Miidhaa Weerara…
Obbo Gadduun ministira dhimma alaa fi daldalaa Ayyarlaandis waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduun Ministira dhimma alaa fi daldalaa Ayyarlaandis waliin mari’atanSaayman Kooviiniiy waliin bilbilaan…
Barattoonni qaroo dhabeeyyiin barnoota isaanii teeknooloojii fayyadamuun haala fooyyee qabuun akka…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Barattoonni qaroo dhabeeyyiin barnoota isaanii teeknooloojii fayyadamuun haala fooyyee qabuun akka hordofaniif Walii galteen deeggarsaa mallattaa’e.…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 40…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) - Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 40 taasifte.
Minisitirri Maallaqaa Ityoophiyaa obbo Ahimad Shidee fi Ityoophiyaatti…
Yaa’iin mana maree lubummaa Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu Sinoodoosii eegalame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) - Yaa’iin mana maree lubummaa Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu Sinoodoosii eegalame.
Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namootaa lamarratti argame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 2 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessa samuudaan…
Haala qophii duraa dhaabbii biqiltuurratti mar’atame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala qophii duraa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisummaa bara kanarratti qaamoolee dhimmi ilaallatu waliin…
Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 13 ol ittisa weerara vaayrasii koroonaaf arjooman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 13 ol ittisa weerara vaayrasii koroonaaf arjooman.
Waamicha biyyaalessaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf…
Ityoophiyaatti namoota hanga ammaatti dhibeen koroonaa irratti argame keessaa harki caalu namoota…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota hanga ammaatti dhibeen koroonaa irratti argame keessaa harki caalu namoota umriin isaanii waggaa 15-24 gidduu jiru ta’uu ibsame.…
Magaalaa Finfinneetti sakatta’iinsi COVID -19 mana manarraa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sakatta'iinsi COVID -19 mana manarraa elektirooniksiin deeggarame marsaa 2ffaan eegalamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
…