Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 19 irratti Argame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 19 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa…
MM Dr. Abiy Jilli olaanaan Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf biyyoota…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Jilli olaanaa Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf…
MM Dr. Abiy jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu simataniiru.
Hidha…
Deeppoo Awutobisii Qaallitii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 90n ijaarame eebbiifame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Deeppoo Awutobisii Qaallitii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 90n ijaarame guyyaa har’aa eebbiifame.
Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa…
Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa naannoo Amaaraa daawwate.
Jilli Ministirri Ministeera…
Waltajjiin yaada hayyoota hiikaa heera mootummaa ilaalchisee gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Waltajjiin yaada hayyoota hiikaa heera mootummaa ilaalchisee Sharaatan Addisitti gaggeeffama jira.
Waltajjichi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarra…
Namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa darban kumni 2 fi 800 to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa darban kumni 2 fi 800 to’annoo jala ooluu Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee…
Godina Gujii Lixaatti balaa lolaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –Balaa Lolaa godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaatti muudateen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame.
Aanichatti Rooba cimaa roobeen…
Qonnaan bultoota magaalichaaf Paampiwwan Bishaanii fi Tirakteroonni kenname
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota magaalicha keessatti argamaniif Paampiwwan bishaanii 200 fi Tiraakteroota 5 gumaachera.
Itti…
Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 15 irratti Argame
Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 15 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe…