Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad akka beeksisanitti biqiltuu sadarkaa…
Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte.
Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa 'Waan Washiif' kan ooludha.
…
Aadde Mufariyaat hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari'atan.
Turmaata isaanitiin raawwii hojii fi dhimmoota…
Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate yeroo 8ffaaf viidiyoo koonfiraansin gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba…
Injinaar Taakkalaan daandii Haayilee Gaarmanti – Jamootti ijaarrama jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Itti aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkala Uuman daandii Haayilee Gaarmantii hanga Jamootti ijaarrama jiru daawwataniiru.
Daandichiis…
Preezdaantiin Saahilawarq hordoftoota amantaa Islaamaa galiin isaanii gadi aanaa ta’e waliin turtii…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee hordoftoota amantaa Islaamaa galiin isaanii gadi aanaa ta’e naannoo Massaalamiiyaa maqaa addaan (Ihil Barandaa)…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota ba’aan yoo hojirra hin oolchine gatii nu kaffalchisa…
Fifninnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota ba’aan yoo hojirra hin oolchine gatii nu kaffalchisa jedhan.…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 11 irratti argame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa…
MM Dr. Abiy Bishooftuutti buufata biqiltuun itti qophaa’a jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bishooftuutti buufata biqiltuun itti qophaa’a jiru daawwataniiru.
Doktaar Abiy Fuula Feesbuukii isaanirratti…
MM Dr.Abiy Miseensonni Dinagdee Maakroo Biyyaalessaa guyyaa har’aa walgahii akka taa’an…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012(FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Miseensonni Dinagdee Maakroo Biyyaalessaa guyyaa har'aa walgahii akka taa'an ibsaniiru.
Dooktar Abiy walgahii…