Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Awurooppaa laga Naayilii fi hidhi haaromsaa fayyadamummaa tarsiimoo Ityoophiyaaf qaban…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa laga Naayilii fi hidhi haaromsaa fayyadamummaa tarsiimoo Ityoophiyaaf qaban beekkamtii akka kennu ibse.
Preezdaantonni…
Qajeelfamni maallaqa baankotarraa baasuu daangessu guyyaa har’aa irraa eegalee hojiirraa akka oolu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Qajeelfamni maallaqa baankotarraa baasuu daangessu guyyaa har’aa irraa eegalee hojiirraa akka oolu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise.
…
Namoonni 3 warqee giraama 800 otuu hiratanii to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Namoonni 3 warqee giraama 800 otuu hiratanii to’ataman.
Namoonni 3 warqee giraama 800 konkolaata keessa taa’anii madaalanii otuu hiratanii…
Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen namoota 14 irratti vaayrasiin…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti saamuda namoota kuma 3 fi 271 gaggeeffameen namoota 14 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Namoota 14…
Weerara COVID-19 too’achuuf qindoominnnii fi tumsi idil addunyaa barbaachisaadha – Dooktar Liyaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Weerara COVID-19 too’achuuf qindoominnnii fi tumsi idil addunyaa barbaachisaadha – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Yaa’iin waggaa Dhaabbata Fayyaa…
Ambaasaadaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif Hidha Haaromsa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) –Ambaasaadaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif Hidha Haaromsa Guddicharratti ibsi taasifamafi.
Ministirri Ministira Bishaanii,…
Ogeeyyonni kalaqa garagaraa kalaqa isaanii akka dhiyeessaan waamichi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Ogeeyyonni kalaqa garagaraa kalaqa isaanii akka dhiyeessaan waamichi taasifame
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad weerara vaayrasii…
Dandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajilaa fee’umsaaf xiyyaaroota imaaltoota 22 irratti sirreessaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Dandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajilaa fee’umsaaf xiyyaaroota imaaltoota 22 irratti sirreessaa maahandiisuummaa taasise
Daandiichi rakkoo weerara…
Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuuf qophaa'e gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin har'aa Yaa'iin Qulqulleessituu Heera…
Walga’iin koree siyaasaa olaanaa Ityoophiyaa fi Sudaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Walga'iin koree siyaasaa olaanaa Ityoophiyaa fi Sudaan Caamsaa 8 eegalee amma Caamsaa 10,2012tti gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga'ichi…