Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti mariitti deebi’uuf murteessuu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti mariitti deebi'uuf murteessuu ibsite.
Ministeerri Dhimma Alaa Gibts kaleessa ibsa baasen akka…
Ambaasaaddar Shifarraaw dura taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Ambaasaaddar Shifarraaw Jaarsoo dura taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fattaah Abdalraahimaan Burihaan waliin mari’atan.…
Dr. Abiy dhimma hidha haaromsaarratti Abdallaa Haamdook waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimma hidha haaromsaarratti muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari’ataniiru.
…
Sagantaan nyaataa bara dhufuu barattoota kuma 600 of keessatti hammaata-Injiinar Taakkala
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) –Bara kana barattootaf deeggarsi taasifamee waggaa dhufuus cimee kan itti fufaa ta’u itti aanaan kantiiba magaalaa Finfinee Injaar Taakkalaa Uumaan…
Dhimma Hidha Haaromsaarratti hoggansa Raayyaa Ittisaatif ibsi laatame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Dhimma Hidha Haaromsaarratti hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRItif ibsi laatame.
Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar…
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa namoota 3,747 hojjetameera.…
namoonni labsii yeroo ariifachisaa darban 36 to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Finfinnee kutaa magaalaa Qirqoositti namoonni labsii yeroo ariifachisaarra darban 36 tokkon tokkoon isaanii Birrii kuma 20 fi hidhaan adabamuu…
Hiikkaa heeraarratti yaadni ogeeyyii dhaggeeffatame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Daangaawwan kaa'amanii fi dhoorkiiwwan sochii filannootif mijatoo waan hin turreef filannoon haqamuu walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyoolessaa…
Miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhalattoota Tigraay, mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhalattoota naannoo Tigraay, magaalaa Finfinneetti hoggansarra jiran mari'atan.
Tamsa'ina vaayrasii…
Joosee Jaaksan, Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan tumsamuu qabdi jedhan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Falmaan mirga siiviilii Joosee Jaaksan, koongirasiin Ameerikaa Hidha Haaromsaarratti murtoo Ityoophiyaa deeggaru akka dabarsu gaafatan.
…