Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Islaamatiin baga Iida geessan jedhan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan.
Dooktar Abiy…
Ayyaanni Iidaa vaayrasicharraa of eeguun kabajama
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxir 1441ffaan booru, Dilbata kabajamee oola.
Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa akka beeksisetti…
Naannoo Amaaraatti namoota dabalataa 4 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Gabaasni idilee guyyaa har’aa erga dhiyaatee boodaa naannoo Amaaraatti vaayrasiin koroonaa namoota afurirratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Mariin Siyyaasa Ityoo- Tarkii 6ffaan gaggeeffame
Finfinnee,Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii siyyaasaa Ityoo –Tarkii 6ffaan har’aa viidiyoo konfaransiin gaggeeffame.
Ministir deettaan Ministira Dhimma Alaa…
Finfinneetti sosochiin galii walitti qabuu fi hirmaannaa hawaasaa Hidha haaroomsaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 14,2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin galii walitti qabuu fi hirmaannaa hawaasaa Hidha haaroomsaa eegalame.
Sadarkaa itti aanaa kaantibaa fi…
Manni Maree Ministirootaa murteewwan dabarse
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'iisaa 83ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni marichaa fayyadama qabeenya…
MM Dr Abiy baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasichaatin ko’oomaniif deeggaraa…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasii koroonaatin ko'oomaniif deeggaraa taasisaa jiran…
Qorannaa sa’aa 24tin namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24…
Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal’ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal'ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7 darbe.
Balichi kan qaqqabe araddaa Tokkummaa…
Iid Aal-Faxir addeessi har’a yoo muul’atte booru; yoo muul’achuu baatte iftaan…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Aal-Faxir 1441ffaan addeessi har'a galgala yoo muul'atte booru; yoo muul'achuu baatte iftaan kabajama.
Preezdaantiin Mana Maree…