Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti lafti kaaree meetirri kumni dhibbi 4 fi kumni 60 seeraan ala qabamee ture qonnaan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lafti kaaree meetirri kumni dhibbi 4 fi kumni 60 nama dhuunfaan qabamee ture qonnaan bultootaf dabarfame.
Lafichi…
Hammeenya vaayrasii koroonaa ilaalcha keesa galchuun tarkaanfii of eeggannaa cimsuun ni barbaachisa-…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Hammeenya weerara vaayrasii koroonaa ilaalcha keesa galchuun tarkaanfii of eeggannaa fudhachuun ni barbaachisa jedhan itti aanaan muummee ministiraa…
Kennaa uumamaa misooma waaraaf oolchuu qabna- MM Dr Abiy
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Kennaa uumamaa biyyoolessaatin qabnu misooma waaraaf oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Kennaan uumamaa…
Qorannaa sa’aa 24tin namoota 73 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 73 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti…
Lammiileen Matakkalii buqqa’an 4,541, qayee isaaniitti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Walitti bu'iinsa naannoo daangaa Amaaraa fi Beenishaanguul Guumzitti uumamee tureen namoonni buqqa'an 4,541 gara qayee isaaniitti deebi'an.
…
Ambaasaaddaroota biyyoota Awrooppaa fi Ameerikaa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif ibsi laatame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota Awrooppaa fi Ameerikaa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif dhimma Hidha Haaromsaarratti ibsi laatame.
Ibsichi…
Ityoophiyaan humni qabdu tamsa’ina vaayrasichaa ittisuu fi to’achuu akka ta’e…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan humni qabdu tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu fi to'achuu akka ta'e hubatamee hojjetamuu qaba jedhe Boordiin Qorannaa labsii yeroo…
Afrikaan kennaa hedduun kan badhaatee fi daneessummaan kan guutamtedha – MM Dr Abiy
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa sababeeffachuun ergaa dabarsan.
Guyyaan Afrikaa waggaa 57ffaan har'a yaadatamaa…
Buufata Sakattoo Saraabaatti Shugguxii 230 qabame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Buufata Sakattoo Saraabaatti Shugguxii 230 qabame.
Meeshaan waraanaa kun seeraan ala gara magaalaa Finfinneetti dabarfamuuf kan turedha.
Shugguxiin…
Sulultaatti balaa konkolaatatiin miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Sulultaatti balaa konkolaatatiin miidhaan qaqqabe.
Balichi kan qaqqabe kaleessa toora 10 Kiiloo jedhamutti.
…