Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa Proojaktii Hidha Haaroomsaa xumuruuf qaamni hundi tokkummaan dhaabbachuu qaba – Dhaabbilee…
Finfinnee, 19, 2012 (FBC) – Ummanni Ityoophiyaa hundi ijaarsa Hidha Haaroomsaa xumursisuuf tokkummaan dhaabbachuu akka qaban Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa gaafate.
…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf ruuzii toonii kuma 16 gumaachite
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf ruuzii toonii kuma 16 gumaachite.
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota baha giddugaleessa fi Afrikaa afuriif…
Manneen barnootaa dhuunfa 4 qajeelfama kaffaltii hojiirra hin olchine beekkamtii fi eeyyamni isaanii…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Manneen barnootaa dhuunfa 4 qajeelfama kaffaltii hojiirra hin olchine beekkamtii fi eeyyamni isaanii waggaa tokkoof dhorkame.
…
Namoota waan taaneef bu’aa bayii seenaa keessa darbine akka salphaatti irranfanna – Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) – Namoota waan taaneef bu'aa bayii seenaa keessa darbine akka salphaatti irranfanna – Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Haala naannoon, magaalotii…
Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 46 irratti vaayrasiin…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 46 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti samuudaan namoota…
Konkolaattoota 27,345.00 Tarkaanfiin irratti fudhatameera, konkolaattoota 263 hidhaamaniiru –…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Tatamsa’ina vaayrasii Koroonaa to’achuuf hojiin hubannooo ummata cimsuu waan hundaa olitti xiyyeefannoo addattiin hojjetamaa jiruudha jedhan Sadarkaa…
Koreen ministeerootaa haala tattamsa’ina weerara vaayrasii koroonaa, dhiibbaa hawaasummaa, diinagdee…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Sekreetaariyaatii Qindeessittuun Koree ministeeroota fi Ministirri Nageenyaa FDRI aadde Mufaarihaat Kaamil weerara vaayrasii koroonaa ittisuu…
Kuwaatar karaa Misooma Fandii ishee meeshaalee wal’aansaa fayyaa toonii 9 Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Ittisa Vaayiresii Koroonaaf Kuwaatar karaa Misooma Fandii ishee meeshaalee wal'aansaa fayyaa toonii 9 Ityoophiyaaf gumaachite.
Xiyyaarri…
Magaalaan Ambootti lammiilee harka qaleeyyii 260 oliif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Magaalaan Ambootti lammiilee harka qalleeyyii fi jireenya sadarkaa gadi aanaarra jiraatan 260 oliiif midhaan nyaataa fi meeshaalee qulqullina ittin…
Naannoo Kibbaattii konkaalachiftoonni seera darban kuma 7 adabaman
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Naannoo Kibbaattii vaayrasii koroonaaan walqabatee dhorkiiwwan bahan kan darban konkolaachiiftoonni kuma 7 adabamuu Itti Aanaan Preezdaantii naannoo…