Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarqi daayreektara olaanaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biisliiy waliin mari’atan.
Daayreektarichi…
Boordiin sakkattoo hojiirra oolamaa labsii yeroo ariifachiisaa magaalaa Sabbataa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Boordiin sakkattoo hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee ittisa vaayrasii koroonaa magaalaa Sabbataa daawwateera.
Hojiin…
Hanga ammaatti namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame keessaa 34 jiraattoota naannoo Oromiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Sa’aa 24 darbe keessatti namoota 518f qorannoon laabraatoorii taasifameen vaayrasichi nama tokkorratti argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa…
Har’aa eegale namni kamiiyuu haguuggii fuulaa fayyadamuun dirqama ta’uu himame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Har’aa eegalee namni tokko yeroo manaa ba’u haguuggii fuulaa malee socho’uu akka hin dandeenya qajeelfamni dirqisiisu ragga’e.
Guyyaa har’aa…
Ityoophiyaatti Namoota Dabalataa 30 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argame
Finfinnee, 19, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa samuudaan…
Caamsaan 20 guyyaa seenaan Ityoophiyaa itti jijjiirrame keessaa tokko – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii injifannoo caamsaa 20 dabarsan.
Dooktar Abiy,Caamsaan 20 guyyaa seenaan…
Naannoo Gaambeellaatti qorannoon vaayrasii koroonaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) –Naannoo Gambeellaatti guyyaatti saamudaa vaayrasii koroonaa namoota 180 gaggeessuuf hojiin eegalame.
Preezdaantiin naannichaa Obbo Umood…
Obbo Gadduun hojii raawwachiisaa olaanaa dhaabbata Qonnaa fi Nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw hojii raawwachiisaa olaanaa dhaabbata Qonnaa fi Nyaata addunyaa Deeviid Biisliiy…
Waa’ee Hidha Haaroomsaarratti Paartiilee siyyaasaa waliin mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012(FBC) – Waa’ee Hidha Haaroomsaarratti ga’ee Paartiilee siyyaasaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Waltajjichi Mana Maree Waloo…
Ityoophiyaatti weerarri Covid-19 yaaddeessaa ta’aa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) -Ityoophiyaatti weerarri Covid- 19 haalaan yaaddeessaa ta'aa dhufuu itti gaafatamaan Waajjira seekreetaariyaat preesii Muummee Ministiraa obbo Nigusuu…