Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannaan vaayrasii koroonaa cimee akka itti fufu MM Dr Abiy Ahimad dhaaman
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Qorannaan vaayrasii koroonaa cimee akka itti fufu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhaaman.
Koreen ittisa tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
Ityoophiyaatti dabalataan namoota 137 irratti vaayrasiin Koroonaa Argame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 137 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa 24 darbe keessatti…
Magaalaa Adaamaatti namoonni 766 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii konoonaa ittisuuf ba’e darban 766 to’annoo jala oolan.
…
Duukamitti proojaktoonni Birrii miiliyoona 400 olii ebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Duukamitti proojaktoonni Birrii miiliyoona 400 olii ebbifaman.
Proojaktoonni ebbifaman 48 yoo ta'an, tajaajila hawaasummaa fi…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf of dagannaan gonkumaa hin barbaachisu – obbo Shimallis
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf of dagannaan gonkumaa hin barbaachisu jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
…
Ijaarsa tarminaalaaf wal harkaa fuudhiinsi iddoo gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Tarminaala konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa ijaaruuf wal harkaa fuudhinsi lafa hektaara 9 taasifamuu Ministeerri Geejjiba beeksise.
…
Manni marichaa baajata dabalataa raggaasise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii addaa 4ffaa waggaa 5ffaasaa taa'e.
Walga'ichaan qabo yaa'ii walga'ii addaa 3ffaa…
Of eeggannaa cimsinee, of dagannaa yaa dhiisnu – MM Dr Abiy
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni tamsa'ina vaayrasii koroonaatin akka hin miidhamne of eeggannaa cimsuu akka qabu dhaaman.
…
Namni ajjeechaa Haymaanootin shakkame to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Namni ajjeechaa Haymaanoot Badhaadhaatin shakkame to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.
Barattuun digrii lammaffaa…
Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni…
Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni taasifama- aaddee Mufariyaat Kaamiil
Finfinnee,…