Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigiraayitti dhaabbii biqiltuuf kan oolu lafti heektaara kuma 25 meeshaa ammayyaa’aan adda…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti dhaabbii biqiltuuf kan oolu lafti heektaara kuma 25 meeshaa ammayyaa’aan adda ba’eera.
Ganna bara kana kan adeemsifamu…
Mootuummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Mootuummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa nagaa fi fayyummaa ummata naannichaa eeguuf yeroo kamuu caalaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii fi waraanaa Birrii miiliyoona 25 ol baasu too’atame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) –Meeshaaleen kontiroobaandii fi waraanaa Birrii miiliyoona 25 ol baasu too’atame.
Guyyoota arfaan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii fi…
Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti jiraattoota 1000f dhiyeessiin nyaataa baatii sadiif turu eegalame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataa fi Addis Katamaatti jiraattoota 1000f dhiyeessiin nyaataa baatii sadiif turu eegalame.
Kutaa…
Finfinneetti waajjira kireeffachuun burjaajjii lafaa raawwachuuf kan socho’an to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) - Finfinneetti waajjira kireeffachuun hojii Waajjira Baankii fi Dabarsa Lafaa karaa seeran ala ta'een hojjechaa kan turan to'ataman.
…
Miseensonni koree sochii magariisaa buufata biqiltuu daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) - Miseensonni koree sochii magariisaa buufata biqiltuu daawwatan.
Miseensonni korichaa naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa, aanaa Adaamaatti buufata…
Qabiinsi mirga namoomaa labsii yeroo ariifachiisaarratti mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) - Qabiinsi mirga namoomaa labsii yeroo ariifachiisaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf ba'e gamaaggamame.
Gamaaggamicharratti koreen…
Gaaffiilee haqamuu filannoorratti dhiyaate ilaalchisee yaadni Murtee mana mare Federeeshiniif…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Koreen qulqulleessituu dhimmoota heera mootummaa sababa weerara vaayrasii koroonaan haqamuu filannoorratti gaaffiilee hiikkaa heeraratti dhiyaataniif…
Injiinar Taakkalaan ijaarsa proojaktii daandii Qaalliittii- Qiiliinxoo daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa Proojaktii daandii Qaalliittii - Qiiliinxoo daawwatan.
…
Magaalichatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 661 ga’e
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa’e 109 keessaa namoonni 105 tuttuqaas ta’ee seenaa imalaa hin…