Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Chaayinaan Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galte
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Chaayinaan Piroojektoota garaagaraa raawwachiisuuf kan oolu Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Ministirri Ministeera…
Giddugalichi Amaataroota 250 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota dameelee aartii garaagaraatiin leenjisaa ture 250 marsaa 10ffaaf eebbisise.
Eebbifamtoonni kunneen dameelee aartii…
Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira.
Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa Amfii…
Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa ajaja…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 288tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) - Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 288tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise.
Meeshaaleen kunneen Hagayya 17 - 23, 2016tti…
Dooktar Abiy sirna baniinsa Yaa’ii tumsa Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaataan
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsa Yaa'ii tumsa Chaayinaa - Afrikaarratti hirmaataaniiru.
Chaayinaan hariiroo Afrikaa waliin…
Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Birrii miiliyoona 153’n ijaarame eebbisuun tajaajilaaf…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Godina Fafeen Aanaa Qabribeyaani fi ganda Bulderii walqunnamisisu eebbisuun…
Magaalichatti bara 2017 barattoota idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa kuma 800 ta’aniif tajaajilli…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti bara 2017 keessa barattoota idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa kuma 800 ta’aniif tajaajilli nyaataa kan dhiyaatu ta’uu ibsameera.…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ambaasaaddara Kuwaatar waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Kuwaatar Ambaasaadar Sadi Mubarak Ali Naayimii waliin…