Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaammeen 1, Guyyaan ce’umsaa bu’aalee galmaa’aniin yaadatamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa”jedhuun sadarkaa biyyaatti kabajamaa jira.
Itiyoophiyaa ceesisuuf…
Qaammeen 1, guyyaan ce’umsaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Oromiyaatti Qaammee 1 : Guyyaan Cehumsaa, mata duree“Hambaa cehumsaa, Horata ifa haaraa” jedhuun kabajamaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…
Wantoota hedduu ce’uun as geenye – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Wantoota hedduu ce'uun as geenye jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Albeen hin luqqifamne, eeboon hin mirmirfamne, kiyyoon hin…
Gandi Bu’uura Hawaasaati –Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Gandi Bu'uura Hawaasaa ta'u Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan.
Gurmaa’iinsi Gandaa bifa haaraan ijaarame kun, qajeeltoo Heera…
Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaati- Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen himan.
Qaammeen 1, Guyyaan…
Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hamma liqii qisasaamuu %6.5tti hir’isuu ibse
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hammaa liqii qisasaamuu %57 irraa gara %6.5’tti hir’isuu ibse.
Pireezidaantiin Baankichaa Dooktar Yohaannis Ayaalewu akka…
Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaa xumuruun deebi’an
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaatti taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan…
Goobeen Hooda! Shinooyyeen milkii!
Achii dhuftee hidda ummata tokkoo keessa eenyummaatu jira.
Eenyummaan kuusaa calaqqee addaa — seenaa, duudhaafi safeeffannaa walxaxaa, moggaasa birqaba sabaa maqaa dhahatanii himatani.…
Guddinni saffisaan Finfinneetti galmaa’aa jiru Magaalota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Guddinni saffisaan Magaalota Finfinneetti galmaa’aa jiru magaalota afrikaa biroof akka fakkeenyatti kan eeramu ta’uu Bakka Bu’oonni Biyyootaa Afrikaa…
Yaa’ii Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste
Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Yaa’ii Walta’iinsaa Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste.
Yaa’icharratti kan hirmaataan Itti Aanaa Komishinaraa…