Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Wiixata dhufu ifooma jedhame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 Qaammee 4,Wiixata dhufu kan ifoomu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Barattoota akka biyyaatti…
Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiisuu beeksise.
Sirreeffamtoota…
Baankichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Giddugala Kunuunsa Maaguddotaa fi Dhibamtoota Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise.
Deeggarsichaas…
Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree "Hambaa Cehumsaa, Horata Ifa Haaraaf!" jedhuun Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sagantaalee garaagaraan kabajameera.…
Naannoo Harariitti Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa agarsiisa daldalaa fi Baazaariin kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree ‘Hambaa Ce'umsaa, Horata Ifa Haaraa” jedhuun agarsiisa Daldalaa fi Baazaariin kabajamaa jira.…
Ajajni Bahaa guutuu biyyattitti bobba’uun daangaa biyya isaa kan kabachisee dha-Fiildi Maarshaal…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Ajajni Bahaa kutaa biyyattii Bahaa keessatti qofa osoo hin taane guutuu biyyattiitti bobba’uun gootummaan daangaa biyya isaa kan kabachiseedha jedhan…
Sadarkaan milkaa’ina Hidhi Haaromsaa fakkeenyaa hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ce’uuti-Dr. Inj.…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Sadarkaan milkaa’ina Hidhi Guddicha haaromsaa Itiyoophiyaa fakkeenyaa hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ce’uu ta’uu Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
‘Hambaalee Ce'umsaa, Horata Ifa Haaraa”Qaammee 1, guyyaan…
Qaammee 1, Guyyaa Ce’umsaa
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa” jedhuun kabajamaa jira.
Guyyichi wayita kabajamus, tattaaffiiwwan…
Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa Gola Hambaa Saayinsiitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa”jedhuun Gola Hambaa Saayinsiitti kabajamaa jira.
Guyyichi Itiyoophiyaa…