Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli Duudhaa Riifoormii Kabajaa fi Badhaadhina hundagaleessa Ummataati – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree ‘Riifoormii Tajaajila Caalmaaf’ jedhuun kabajamaa jira.
Giddugalli Duudhaa Riifoormii Kabajaa fi Badhaadhina…
Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammee 2, Guyyaan Riifoormii mata duree, 'Riifoormii tajaajila caalmaaf' jedhuun guutuu biyyatti kabajamaa jira.
Riifoormiin sadarkaa hundatti…
Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa kabajaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) -Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa isaa kabajaa jira.
Sirnicharratti Itaamaajoor shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa…
Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf' jedhuun kabajamaa oola.
Itiyoophiyaan cabiinsa rogdaneessa keessa jirtu…
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti fufiinsa qabuu fi bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf" jedhuun kabajamaa oola.
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti…
Mootummaan Chaayinaa Komishinar Jeneraa Dammallaash Gabramikaa’eel Meedaaliyaa Warqee badhaase
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa Ummataa Chaayinaa Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa'eel Meedaaliyaa Warqee badhaaseera.…
Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba’an…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba'an akka to'ataman taasifamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun dhaabbataatti guddataniini-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun gara dhaabbataatti guddataniin ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Fooramiin Magaalota Afrikaa xumurame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Fooramiin Magaalota Afrikaa sanada labsii waadaa Magaalummaa Afrikaa baasuun xumurame.
Fooramiin magaalota Afrikaa guyyoota sadan darbaniif Magaalaa…