Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara haaraa sababeeffachuun manneen jireenyaa 837 dabarfaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Bara haaraa sababeeffachuun Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti manneen jireenyaa waliinii ijaaraman 837 harka qalleeyyii fi jiraattota biyyaaf oolmaa…
Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisnee ni tursian- Obbo…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisuun ni tursina jedhan Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…
Hidhi Haaromsaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf pirojektii gahee olaanaa qabudha-Inj. Ashabbir…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf gahee olaanaa kan qabu pirojektii seenaa jijjiiruudha jechuun Hoji Raawwachiisaa…
“Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf”
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan biyya gootonni dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa ishee eegsisanii asiin gahaniidha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Birmadummaa hundagaleessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaadha-Amb. Taayyee…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa hunda galeessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaa ta’uu Ministirri Miniisyteera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Qaammeen 3 “Guyyaan Birmadummaa” naannolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Qaammeen 3 “Guyyaan birmadummaa” naannoleetti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Haaluma kanaan Naannoolee Hararii, Kibbaa Itiyoophiyaa, Kibba Lixa…
Icciitiin birmadummaa fi bilisummaa keenyaa tokkummaa keenya- Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Guyyaan Birmadummaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mataduree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf ! " jedhuun agarsiisa qaamoolee nageenyaa fi marii…
Birmadummaa mirkaneessuun dhimma ittigaafatummaa gaafatuudha-Aadde Adaanech
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa mirkaneessuun yaadaan waliigaluu qofaa osoo hintaane dhimma ittigaafatummaa fedhii fi murannoo olaanaa gaafatuudha jedhan Kantiibaan ulchiinsa…
Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa…
Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Qaammee 3, "Guyyaa…