Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Xaa’oon Uumamaa Meetirkiyuubiin miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 50 ol qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Xaa’oon Uumamaa Meetirkiyuubiin miiliyoonni 200 fi miiliyoona 50 ol qophaa’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.
Bara baajatichatti…
Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Firiiderik Meerziif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 28, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman ta’uun kan filataman Firiiderik Meerziif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Hariiroon…
Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa ijaaruuf Misooma Afaanii irratti hojjechuu barbaachisa…
Finfinnee, Ebla 28, 2017 (FMC) – Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa ijaaruuf Misooma Afaanii irratti hojjechuun akka barbaachisu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksise.
“Misoomni…
Poolisii teeknooloojiin guddisuufi ammayyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)- Humna nageenyaafi misoomaa kan ta’e poolisii teeknooloojiin guddisuu, leenjiin ammayyeessuu, iddoo hojii mijataa taasisuufi humna namaan cimsuuf xiyyeeffannoon…
Sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” dandeettii indaastirii guddisuun egereef bu’uura kan…
Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)-Sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” dandeettii indaastirii guddisuun egereef bu’uura kan kaa’udha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Woorkishooppiin Ji’oo-Paarkis fi Ji’oo-Tuurizimii Finfinneetti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)- Biyyoonni Baha Afrikaa irratti kan hirmaatan Woorkishooppiin Ji’oo-Paarkis fi Ji’oo-Tuurizimii magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu ibsame.…
Naannoo Oromiyaatti sanyii filatamaan kuntaalli kumni 700 ol raabsamaa jira
Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)-Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18'f sanyii filatamaan kuntaalli kumni 700 fi kumni 50 qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa…
Oromiyaatti bu’aawwan kalaqaa koolleejjota Pooliiteekinikaa fayyadamaa biraan gahuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Ebla 28, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bu’aawwan kalaqaa kolleejjota Pooliiteekinikaa fayyadamaa biraan gahuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa…
Misooma Kooriidariin hambaalee magaalattii haaromsuun akka haaraatti beeksisuun danda’ameera- Aadde…
Finfinnee, Ebla 28, 2017 (FMC) – Hojiileen misooma kooriidarii hojjetamaa jiran hambaalee magaalattii haaromsuuniifi tajaajilaaf banuun akka haaraatti akka beeksifaman dandeessisuu…
Hariiroon seenaa fi michummaan Itiyoophiyaa fi Israa’eel baroota lakkoofsise har’as itti…
Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Israa'eel waliin mari'ataniiru.
Hariiroo biyyoota lamaanii ilaalchisee marii bu'aa qabeessa…