Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sibuu Sireetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun Namoota 11 darbe.
Balichis konkolaataa ‘Sinoo Tirakii’ jedhamuu Magaalaa…
Pireezidaanti Taayyeen Maqeedooniyaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen giddugala deeggarsa dhukkubsatoota Sammuu fi Maanguddootaa Maqeedooniyaa daawwataniiru.…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabu –…
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Damee konistiraakshinii malaammaltummaa irraa bilisa ta’ee hogganamuu qaba-KNFMO
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Damee konistiraakshinii beekumsaan malaammaltummaa irraa bilisa ta'ee hogganamuu akka qabu Komishiniin Namusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa hubachiise.…
Hanga halkan sa’aatii 4:00tti daballii taarifaa malee tajaajilli Geejjibaa akka kennamu biirichi…
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) - Qaamoleen Magaalaa Finfinneetti tajaajila geejjiba Ummataa kennan taarifa idileen hanga sa’aatii 4:00’tti tajaajila akka kennan biiroon Geejjiba magaalichaa…
Lakkooftuuwwan Ismaartii kuma 100 fi kuma 25 sadarkaa biyyaalessaatti bakka buusuuf ni hojjetama…
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FBC)- Maammiltoonni bakka jiran ta’anii salphaatti humna elektirikii guutataniif hojiin lakkooftuuwwan Ismaartiin bakka buusuu hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli…
Gumii Balal marsaa 40ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 40ffaan Mata duree "Walwaraansa irraa gara nageenya waaraatti" jedhuun gaggeeffamaa jira.
Maraammartoo waraanaa keessaa bahuuf yeroo…
Humni Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sirnaan raabsamaa jira
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Humna Elektirikaa Itiyoophiyaatti Buufanni Raabsaa Hoolootaa Abbaan Kiiloo Vooltii 500 Humna madda Anniisaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sirnaan…
Cabiinsa siyaasaa Itiyoophiyaa kan wal’aanan seenessiiwwan waloo uumuuf hojjetameera-Dooktar…
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Waggoota jijjiiramaa keessa cabiinsa siyaasa Itiyoophiyaa kan wal’aanaan seenessiiwwa waloo uumuuf hojiilee bal’aan hojjetamuu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Paartichi Pirojektoonni Meeggaa horata akka ta’an qabatamaa taasisaa jira-Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa Pirojektoonni Meeggaa idaa utuu hinataane horata akka ta’aniif waadaa gale qabatamaan mirkaneessaa jira jedhan Miseensi Koree Hoji…