Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 892’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 892 ‘f dhiifama taasisuu beeksise.
Pireezidaantiin naannichaa…
Dooktar Alamuun imaltootaa fi hojjettoota geejjibaaf hawwii gaarii ibsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuun Simeen imaltootaa har’a daandii imalanii fi hojjettoota geejjibaa qaxxaamura biyyaaf hawwii…
Qaammeen 5, Guyyaan egeree kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Dhaloonni Ida’amuu Itiyoophiyaa Hundaaf Taatu Ijaara!
Itiyoophiyaan ifaajii ilmaan ishee wal harkaa fuudhinsa dhaloonni taasisaniin fuuldurri ishee ifaa…
Dhamaatii har’aa bu’aa boriif – TKM
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, guyyaa Egeree fi jala bultii bara haaraa ilaalchisee ergaa baga geesanii dabarseera.
Bori abdii, hawwii…
Dhamaatiin har’aa egeree fooyya’aaf – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaan Qaammee 5, Guyyaa Egeree sababeeffachuun ergaa dabarsaniru.
Dhaloonni Ida'amuu Itiyoophiyaa…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun Maaddii qoodan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) -Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun lammiilee qaroo dhabeeyyii waldaan Kiristaanummaa Barxaamiyoos deeggarsa taasisuuf…
Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa ittiin ilaallatan ifooman
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa 2016 ittiin ilaallatan ifoomaniiru.
Qabxii qormaatichaa har’a Qaammee 4, 2016 halkan keessaa sa’aatii 6:00 irraa…
Ministeerichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5 taasise
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Giddugala Kunuunsa Maanguddootaa fi Dhibamtootaa Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5…
Daneessuumman, tokkummaa utubee walooma keenya kan dhugoomsedha-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Hoggantoonni fi Hojjettoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qaammee 4, guyyaa daneessummaa mata duree "Daneessummaa keenya tokkummaa fi nageenya waaraaf!"…
Barattoonni kumni 36 fi 409 qormaata darbaniiru-MB
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministirri…