Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barri 2017 kan nu jijjiiru osoo hin taane,bara jijjiirru haa ta’u – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barri carraadha. Baratti fayyadamuun…
Daandii misoomaa eegalle itti fufsiisa jirra-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Aggammii garaagaraa qolachuun daandii misoomaa eegalle itti fufsiisa jirra jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin.…
Saayinsii Umamaan Barattuu qabxii olaanaa 575 galmeessite: Sifeenee Takiluu
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Barattuu Sifeenee Takiluun Magaalaa Finfinneerraa qormaata abiyyaalessaa kutaa 12ffaa 2016 Saayinsii Umamaan 600 keessaa qabxii olaanaa 575 galmeessiteetti.…
Mootummaan, yaadaafi karoora haaraan ummata isa ceessisuuf bara haaraatti waan haaraa qabatee as…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Sa’aadaa Abdurrahmaan bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Baga Bacaqii Gannaa Ofkaltanii Booqaa…
Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse waliin cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa…
Sonawwan man-dhalee bu’uureffachuun yeroo gabaabaa keessatti bu’aaleen galmaa’aniiru-Obbo Adam…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Sonawwan man-dhalee teeknooloojiif, yaada kalaqaaf dhiyoo ta’anirratti bu’uureffachuun hojiileen eegalaman yeroo gabaabaa keessatti bu’aa galmeessuu eegaluu…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu shakkamtoota waliin to’atamu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin Federaala…
Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifamni taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa bara haaraa sababeeffachuun Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifama taasisuu beeksiise.
Waraana Kaaba…
Qaamolee Milkaa’ina Fooramii Magaalotaa Afrikaaf gumaachaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Qaamolee Milkaa’ina Fooramii Magaalotaa Afriikaaf gumaachaniif beekkamtii kenneera.
Waltajjicharratti…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa jijjiirra baraa 2017 ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse.
Manni marichaa ergaa isaan, baroota hojii dabarseen…