Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Rii Jaawu Gidduutti hariirroo obbolummaa uumuuf waliigalteen…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Rii Jaawu Chaayinaa gidduutti hariiroo obbolummaa uumuuf waliigalteen mallatteeffame.
Waliigaltichas, Kantiibaa…
Misoomni Koriidarii Daandii Boolee haala guddina Diinagdee fi qulqullina Misoomaa Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Baatii muraasa keessatti Misoomni Koriidarii Daandii Boolee haala guddina Diinagdee fi qulqullina Misoomaa Magaalaa Finfinnee madaaluun hojjetamaa turuu…
Fooyyeessi Diinagdee Gooroorratti taasiifame Birmadummaa Baankootaa kan itti fufsiiseedha –…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Fooyyeessi Diinagdee Gooroorratti taasiifame Birmadummaa Baankootaa kan itti fufsiise ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Hojiirra oolmaa Waliigaltee Hammattoo Yaa’a Laga Naayil ummatotaa naannawichaaf abdii olaanadha-Dr.…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Ugaandaa Kaampaalaatti Yaa’iin Ministirootaa Biyyoota Yaa’a Laga Naayil 32ffaan gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministirri Ministeeraa Inarjii fi…
Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf humna guutuu fayyadamuun murteessaadha-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Galma birmadummaa nyaataa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf qabame milkeessuuf humna guutuu fayyadamuun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…
Aadde Adaanech Abeebeen, qaamolee misoomni Koriidarii magaalaa Finfinnee akka milkaa’u qooda qaban…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee misoomni Koriidarii akka milkaa’uu qooda isaanii bahan hunda galateeffataniiru.…
Gochaa daldala seeraan alaa deeggaruun Birrii kuma 50 fi adabbii cimaa waggaa 5 adabsiisa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Hojii Daldalaarratti bobba’uu baataniis qaamni gochaa daldala seeraan alaaf tumsa taasiisee argame adabbii maallaqa Birrii kuma 50 fi adabbii cimaa…
Sirni barnootaa haala qabatamaa biyyattii kan bu’uureffate ta’uun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Sirni barnootaa haala qabatamaa biyyattii kan bu’uureffate ta’uu Ministeerri Barnootaa ibse.
Hoggantoonnii fi hojjettoonni ministeerichaa fi…
Daandiin Qilleensichaa Hindiitti balalii bakka ga’umsaa 5ffaa eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Hindiitti balalii 5ffaa eegalchiiseera.
Ministirri Siviil Aviyeeshinii Hindii fi Daandiin Qilleenssaa Itiyoophiyaa…
Ministeerichi lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartoota fi Hawaasummaa lammiilee Godina Goofaatti sababa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 4.6 olitti…