Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galii Bunaafi Shaayiirraa argamu dachaan dabaluuf hojjetamaa jira – Abbaa Taayitaa Bunaafi…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Galii Bunaafi Shaayiirraa argamu dachaan dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Daayrektarri Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayii Dooktar Dabalaa Adduunyaa ibsan.…
Booranni Bahaa lafa safuuf seenaa, nama ayyaantuufi seeraa, warra sirnaafi jaalalaati – Pir.…
Daawwannaa hojii misoomaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti ji'a darbe eegalle ittifufnee, dachee warra jilaa Abbaa Gadaa Ilma Galmaa, Godina Borana Bahaatti argamneerra. Boranni Bahaa lafa…
Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwatame hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) - Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwateen lubbuu namaa darbeef gaddi guddaan Itti dhagahamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Nageellee Booranaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Nageellee Booranaa daawwateera.
Buufanni kun…
Godinni waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Godinni Booranaa waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Mootummaan qophii gahaa qorannoorratti hundaa’e taasiisuun imaammata Diinagdee Gooroo karaa guutuun…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Mootummaan qophii gahaa qorannoorratti hundaa’e taasiisuun imaammata Diinagdee Gooroo karaa guutuun hojiirra oolchuu kan eegale ta’uu Ministirri…
Pir. Shimallis Abdiisaan Aanaa Liibanitti sassaabbii oomisha Qamadii eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Boorana Bahaa Aanaa Liibanitti sassaabbii oomisha Qamadii eegalchiisaniiru.…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki Haakaan Fiidaan waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo…
Manni Maree Federeeshinii magaalaa Buttaajiraatti tajaajila tola Ooltummaa Gannaa eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Naannoo Giddu Galeessa Itiyoophiyaa Godina Guraagee magaalaa Buttaajiraatti tajaajila tola Ooltummaa Gannaa eegalchiiseera.…
Shakkamtoonni Abbaa qabeenyaa ugguruun Birrii miiliyoona 20 fudhatan 7 to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Abbaa qabeenyaa ugguruun Birrii miiliyoona 20 kan fudhatan shakkamtoonni 7 to’annoo jala oolfamuu Tajaajilli Nageenyaa fi…