Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kitaabni “Gola Harmee” eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Kitaabni mata dureen “Gola Harmee” jedhuun Daraartuu Caalchisaan barreeffame eebbifameera.
Sirna eebba Kitaabichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Sochiin misooma godinichaa jijjiirama guddaa akka dhugoomsu jalqabbii jirurraa hubanneerra-Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Sochiin misoomaa godina Gujii qixa barbaadamuun hogganamnaan jijjiirama guddaa kan dhugoomsu ta'uu jalqabbii hanga ammaa irraa hubachuu Pireezidaantiin…
Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture Baarmeelli 54 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sabbataa Awaasitti boba'aan seeraan ala dabarfamaa ture baarmeelli 54 to'atame.
Qajeelchi Poolisii Godinichaa…
Qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi oomisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu ciminaan ni…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Omishaalee kallattiin sharafa alaan hidhata hinqabnerratti qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi omisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu fi…
Buna tajaajila tuurizimiif oolchuuf walii galteen mallatteeffame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa fi Komishiinii Tuuriziimii Oromiyaa Buna tajaajila tuurizimiif oolchuuf waliigaltee mallatteesaniiru.…
Torban dhufuun eegalee Zayiitii liitirri miiliyoona 14 raabsamuufi
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Torban dhufuun eegalee Zayiitni nyaataa liitirri miiliyoona 14 sadarkaa biyyaalessaatti raabsamuuf ta'uu Ministeerri Daldala fi Walitti Hidhamiinsa…
Jilli Pir. Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujiitti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Jilli Pireeszidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujiittii Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera.
halauma…
Godina Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 5 taasifame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamanii fi buqqa'aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiseera.…
Ambaasaaddar Taayyeen Ministira Alaa Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Ministirri Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turkii Haakaan Fiidaan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota Waqtaawaa…
Galii Bunaafi Shaayiirraa argamu dachaan dabaluuf hojjetamaa jira – Abbaa Taayitaa Bunaafi…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Galii Bunaafi Shaayiirraa argamu dachaan dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Daayrektarri Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayii Dooktar Dabalaa Adduunyaa ibsan.…