Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6 olii taasise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa Godina Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi maallaqa Birrii miiliyooan 6 olii taasiseera.
Jilli…
Rakkoo Dhangaggaa’ummaa biyyee furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Rakkoo Dhangaggaa'ummaa biyyee furuun oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…
Lammiileen Itiyoophiyaa 83 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa walta’uun lammiilee Itiyoophiyaa 83 gara biyyaatti akka deebi’an taasisuun ibsame.…
Jilli Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa Bariisoo Dukkallee eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Bulee Horaatti Siidaa goota Bariisoo Dukkallee eebbisiisera.…
Gareen tuuristoota Chaayinaa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Gareen tuuristoota Chaayinaa miseensota 20 hammate Finfinnee gale
Walta’iinsa Dhabbata Chaayinaa “Touch Road” jedhamuu fi Chaayinaatti Embaasiin…
Pirojektoonnii fi sagantaaleen qonnaa ce’umsa damichaa saffisiisuuf gahee olanaa qabu-Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Pirojektoonnii fi sagantaaleen qonnaa ce’umsa damichaa saffisiisuuf gahee olaanaa akka qaban Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Kitaabni “Gola Harmee” eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Kitaabni mata dureen “Gola Harmee” jedhuun Daraartuu Caalchisaan barreeffame eebbifameera.
Sirna eebba Kitaabichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Sochiin misooma godinichaa jijjiirama guddaa akka dhugoomsu jalqabbii jirurraa hubanneerra-Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Sochiin misoomaa godina Gujii qixa barbaadamuun hogganamnaan jijjiirama guddaa kan dhugoomsu ta'uu jalqabbii hanga ammaa irraa hubachuu Pireezidaantiin…
Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture Baarmeelli 54 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sabbataa Awaasitti boba'aan seeraan ala dabarfamaa ture baarmeelli 54 to'atame.
Qajeelchi Poolisii Godinichaa…
Qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi oomisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu ciminaan ni…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Omishaalee kallattiin sharafa alaan hidhata hinqabnerratti qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi omisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu fi…