Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsii taaksii dabalata qabeenyaa qophaa’aa jiru hojmaata haraa dabaluuf kan dandeessisuudha-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Adeemsa qophiirra kan jiru labsiin taaksii dabalata qabeenyaa (VAT) dandeetii galii walitti qabuu mootummaa kan guddisuu fi hojmaataa hinhammatamne…
Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksiise.
Magaalichatti…
Daassenechitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Ambulaansiin Godina Oomoo Kibbaa Aanaa Daassenechirraa dhukkubsataa fe'ee gara Hospitaala waliigalaa Jiinkaatti imala ture garagaluun lubbuun namoota 3…
Obbo Tamasgeen Xirunaan Beenishaanguul Gumuzitti Warshaa Maarbilii fi Leemmanaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo TamageenTamasgeen Xirunaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Warshaa Maarbilii fi Leemmanaa daawwataniiru.…
Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa’insi turistii akka…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa'insi turistii akka dabalu taasiisuu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo…
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee har'a tajaajila kennuu eegaluu beeksise.
Haaromsa Paaspoortii, Paaspoortii bade bakka buusuu…
Waltajjiin marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelotaarratti…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waltajjiin Marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelota Abbaa Urjii Irratti Hubannoo Uumuu gaggeeffamaa jira.…
BRICS bu’uura tumsa sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa ta’eef hojjeta…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –BRICS bu’uura tumsa dippilomaasii biyyoota hedduu fedhii hawaasa addunyaatiif kan dhaabbatuu fi sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa…
Godinaaleen Oromiyaa hunduu golee Nageenyaafi Misoomaati – BKO
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinagdee dam-daneessa damdamataa ta'e hojiirra oolchuun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessaa jiraachuun Biiroon…
Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjetti – Dooktar Sammaa Xirunaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii fi Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa…