Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin bishaan dhugaatii Booraalee Birrii miliyoona 24 ijaarame tajaajila eegale
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Piroejktiin bishaan dhugaatii Booraalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti Birrii miliyoona 24’n ijaarame tajaajila kennuu eegale.
Pirojektichi…
Boongaatti ijaarsa mana kitaaba “Dhaloota Ida’amuuf” dhagaan bu’uura kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoon Magaalaa Boongaatti ijaarsa Mana kitaaba "Dhaloota…
Baatiiwwan 10’n darban barattoonni miiliyoona 7.8 fayyadamtoota sagantaa nyaataa ta’aniiru-TKM
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Baatiiwwan 10’n darban barattoota miiliyoona 7.8 fayyadamtoota sagantaa nyaataa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilichi…
Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna – Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan.
Naannoo Amaaraatti…
Simpooziyamiin Qorannoo Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyatati gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa simpooziyeemii qorannoo waggaa marsaa 10ffaa fi idil addunyaa jalqabaa gaggeessaa jira.
Simpooziyeemii qorannoo…
Rakkoolee dhaabbilee Invastimantii mudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Rakkoolee Paarkii Indaastirii Istarnii fi dhaabbilee Invastimantii naannawaa Magaalaa Bishooftuutti argaman mudatan furuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu…
Naannichatti abbootii qabeenyaa misoomatti hingalleerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti abbootii qabeenyaa eeyyama invastimantii argatanii gara misoomaatti hingalleerratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Misooma…
Lammiileen haala rakkisaa keessa turan 44 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa komishinii Immigireeshinii Taanzaaniyaa waliin ta'uun Godaantota Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 44 gara biyyaa akka…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasota 2 injifate
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Bashannana balalliirraa fi tajaajila Interneetii balalliirraan Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa waggaa kanaa…
Bidiruuwwan Poolisii hojjechiisuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa fi Koorporeeshiniin Indaastirii Injiinariingii Raayyaa Ittisaa Bidiruuwwan Poolisii hojjechiisuuf waliigalteerra…