Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waltajjii 'Iskaayi tiraaksi' jedhamuun yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun badhaafameera.…
Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal’eel Oommar Geelee waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal'eel Oommar Geelee waliin mari'ataniiru.…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa rakkoo malee akka xumuramuuf qophii gahaan taasiifamaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa rakkoo malee akka xumuramuuf qophii gahaan taasiifamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.
Poolisiin…
Ambaasaaddar Taayyeen barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota misoomaa Bahaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota misoomaa Bahaa Afrikaa Dooktar…
Ambaasaaddar Taayyeen Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Jilli Ministira Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.
Ambaasaaddar Taayyeen turtii Jibuutiitti…
Konfiraansiin Nageenyaa Baahir Dariitti gaggeeffama jira
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahir Daaritti Konfiraansiin nageenyaa mata duree “Nageenyi hundaaf; Hundi Nageenyaaf“ jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu…
Naannoo Beenishaanguul Guumuzitti bu’aan yeroo filannoo irra deebii fi haftee filannoo marsaa 6ffaa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuzitti bu’aan yeroo filannoo irra deebii fi haftee filannoo marsaa 6ffaa guyyaa keessaa gaggeeffame ifoomaa jira.
Haaluma…
Artiist Sorsaa Lammii eenyu?
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Artiist Sorsaa Lammii har’a Addunyaa kanarraa du’aan boqote eenyu?
Artiist Sorsaa Lammii Gullallee Bara 1956 Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagamitti…
Artiist Sorsaa Lammii boqote
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Artiistiin waggoota dheeraaf aartii Oromoof gumaacha olaanaa taasiisaa ture Sorsaa Lammii addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Dhibee yeroo dheeraaf…
Miseensonni Diyaaspooraa Darbaan sosochii “Itiyoophiya Qulqulluuf” deeggarsa maallaqaa taasisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Miseensonni Diyaaspooraa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanii fi naannawaa ishee jiraatan sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluuf”deeggarsa Raandii Afrikaa…