Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbii biqiltuu Guyyaa tokko milkeessuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Sagantaa Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokko milkeessuuf qophiin xumuramuu Koreen Teeknikaa Ashaaraa Magariisaa biyyaalessaa beeksise.…
Nyaata, Dabtaraa fi Yuunifoormii barattootaaf Birrii biiliyoonni 8.5 ramadamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Bara 2017 keessa Nyaata, Dabtaraa fi Yuunifoormii barattootaaf Birrii biiliyoonni 8.5 ramadamuu Ejansiin Nyaataa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Magaalaa…
Waldaan Aksiyoonaa Daandii Baabura Itiyoo – Jibutii hojii xaa’oo geejjibsiisuu bara 2016 xumuruu…
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Daandii Baabura Itiyoo – Jibutii hojii xaa’oo biyyoo geejjibsiisuu bara 2016 milkiin xumuruu beeksiiseera.
Xaa’oo biyyoo Meetirik…
Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa ‘Addis Tomorrow’ jedhamu eegalame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa Zoonii Diinagdee Addaa ‘Addis Tomorrow’…
Boba’aan seeraan ala socho’aa ture leetirri kumni 20 to’atame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Boba’aan seeraan ala socho’aa ture leetirri kumni 20 to’atamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise.
Boba’aan seeraan ala Finfinnee ka’uun gara…
Riifoormiin Damee qonnaa wabii nyaataa mirkaneessaa jira – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Riifoormiin Damee qonnaa wabii nyaataa mirkaneessaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan ibsan.
Riifoormiin damee…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Ogeessa Diinagdee Olaanaa ‘FAO’ waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Ogeessa Diinagdee Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Dooktar Maaksiimoo Toreeroo waliin…
Dubartoonni Giddugalichatti leenji’aa turan marsaan jalqabaa eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Dubartoonni Giddugala Dagaginaa Ogummaa fi Haaromsa Dubartootaatti leenji’aa turan marsaan jalqabaa eebbifaman.
Sirna eebbichaa ilaalchisuun Kantiibaan…
Humni elektirikii naannawaalee Bahaa biyyattiitti addaan cite ture deebi’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Humni elektirikii naannawaalee Haramaayaa, Harar, Jigjigaa, Dagahaabur, Fiqnaatti addaan citee ture deebi’uu Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Fooramichi abbootiin qabeenyaa qonnarratti hubannoo qabaatanii akka hojjetan tumsa-Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Fooramiin Invastimantii Qonnaa Biyyaalessaa abbootiin qabeenyaa qonnaarratti hubannoo qabaatanii akka hojjetan kan tumsu ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa…