Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Jibuutii gale
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu guyyaa bilisummaa Jibuutii waggaa 47ffaarratti hirmaachuuf Jibutii…
Qormaanni bahiinsa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 xumurame – Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Qormaanni bahiinsaa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 kennamaa ture xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Sagantaawwan eebbaan duraa…
Daandiin cirrachaa fi Riqichoonni Doolaara miiliyoona 470n ijaaramuuf karoorfaman
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waggoottàan shanan itti aanaan keessa Daandiiwwa cirrachaa fi Riqichoonni Doolaara miiliyoona 470n ijaaramuuf karoorfamuu Ministeerri Magaalaa fi…
Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa magariisaan dinqisiifannaa argatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu fooramii Bosonaa “Oslo Tropical” jedhamu Noorweeyitti gaggeeffamaa jirurratti…
Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Biyyi…
Injinar Ayishaa Mahaammad hojii tajaajila waliigalaa Raayyaa Ittisaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad hojii tajaajila waliigalaa Raayyaa Ittisaa daawwataniiru.
Hojiilee Qajeelcha…
Naannichaatti Biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin naannichaa…
Tiraakteroonni 22 qonnaan bultoota naannoo Tigraayiif dabarfaman
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Tiraakteroonni 22 qonnaan bultoota naannoo Tigraayiif dabarfamuu ibsameera.
Tiraakteroonni tajaajila hojii qonnaaf oolaan 22 qonnaan…
Sirna barnootaa hirmaachisaa fi qulqullina qabu ijaaruuf Yaa’iin Paan Afrikaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Sirna barnootaa hirmaachisaa fi qulqullina qabu ijaaruuf kan kaayyeeffate yaa’iin idilee 3ffaa Paan Afrikaa, Afrikaa Kibbatti gaggeeffamuu eegaleera.…
Waamicha Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaaf misiyoononni hojii qindeessuu cimsanii akka…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Misiyoononni waamicha Itiyoophiyaanotaa dhaloota 2ffaaf taasifameen marsaa 3ffaaf gara biyyaa kanneen dhufaniif hojii qindeessuu cimsanii akka itti…