Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa Laaloo Qileetti eegale
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kana godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti…
Lixa Oromiyaa giddu gala misoomaa, nageenyaa fi sirna cimaa taasiisuuf xiyyeeffannoo addaan…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Wallaggi keessi isaa Warqee fi Ancooteen, irra isaa ammoo Bunaan kan badhaadhedha jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Ministiroota walga’ii Idilee 37ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan dambii 8 dhiyaatanirratti mari'achuun murtoowwan garaagaraa dabarseera.…
Misoomaa fi guddina waaraa fiduuf daraggoonni yeroo sirnaan fayyadamuu qaba-Dooktar Ergoggee…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Misoomaa fi guddina waaraa mirkaneessuuf dargaggoonni yeroo isaanii sirnaan fayyadamuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Hariiroon loltummaa Itiyoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimee itti fufa-Inj. Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Hariiroon loltummaa Itiyoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injiinar Ayishaa Mahaammad…
Naannoo Amaaraatti Sagantaan Eegalchiisa Ashaaraa magariisaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraatti sagantaan eegalchiisa Ashaaraa magariisaa Boqonnaa 2ffaa Marsaa 2ffaa Magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffame.
Saganticharratti…
Jilli Loltummaa Taanzaaniyaa koolleejjii Istaafii fi Ajajummaa Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Jilli Loltummaa Ittigaafatamaa Leenjii fi Duula Loltummaa Taanzaaniyaa Meejar Jeneral Ibiraahiim Mikaa’elii fi Ajaajaa Humna Qilleensaa Biyyattii Meejar…
Tajaajilaa lammummaa baranaarratti dargaggoota miiliyoona 8 ol hirmaachisuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)-Hojiin Tajaajila Lammummaa Waqtii Gannaa bara 2016 Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaan magaalaa Mojootti jalqabame.
Sagantichi, dhaadannoo…
Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa daandii biyyoota lamaan walquunnamsiisuu Kiiloo meetira 220 ijaaruufi
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa daandii biyyoota lamaan walqunnamsiisuu Kiiloo meetira 220 ijaaruuf ta’uu ibsameera.
Waliigaltee Faayinaansii Doolaara…
Hawaasni odeeffannoo sobaarraa of eegachuu qaba – Waajjira Ministira Muummee
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Sanada Waliigaltee Somaaleelaandi ilaalchisee odeeffannoo sobaa miidiyaalee hawaasummaan tatamsa'aa jirurraa hawaasni akka of qusatu Waajjirri…