Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Magganaanyaa gara Boolee fudhatu Hospitaala Hayaatiin booda boruu eegalee tajaajila…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Daandiin Magganaanyaa gara Boolee fudhatu Hospitaala Hayaatiin booda boruu eegalee tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’uu Abbaan Taayitaa Manaajimantii…
Dambi Doollootti piroojektoonni ijaarsi isaanii adda citee ture yeroo ammaa xumuramuun tajaajilaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Dambi Doollootti piroojektoonni sababa rakkoo nageenyaan ijaarsi isaanii adda citee ture yeroo ammaa xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’aa…
Taphataa cimaan duraanii Naayijeeriyaa Kaanuun Finfinnee gale
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan Kubbaa Miilaa duraanii Naayijeeriyaa Niwaankuu Kaanuun Feestivaala Shanan Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galeera.
Kaanuun…
Dooktar Abiy misooma Kooridarii Caffee Aannanii-Calcalii eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma Kooridarii Caffee Aannanii (Meeksiikoo) hanga Calcalii (Saarbeet) ijaaramee eebbisiisuu himan.…
Kessummonni Feestivaalaa Shanan Afrikaarratti hirmaatan Finfinnee galan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Kessummonni Feestivaalaa Shanan Afrikaarratti hirmaatan Finfinnee galaniiru.
Torbeen Feestivaalaa Shanan Afrikaa boru irra eegalee hanga waxabajjii…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Sadan Caanqaatti kilaastera Boqolloo daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadan Caanqaatti kilaastera Boqolloo…
Godina Arsii Aanaa Leemmoo fi Bilbilootti facaasaan Kilaastera qamadii gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)–Godina Arsii Aanaa Leemmoo fi Bilbilootti facaasaan kilaastera qamadii qonna gannaatiin misoomu gaggeeffameera.
Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonna…
Rakkoo Teeknikaa Mudateen Qormaanni Faarmaasii Waxabajjii 22 irra deebiin kennama–Ministeera…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Qormaata Bahiinsa Yuunivarsitii Waxabajjii 14-19, 2016 kennamaa tureen, guyyaa xumuraarratti rakkoo teeknikaa qormaata Faarmaasii qofa mudateen Sanbata…
Taphoonni moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaa boqonnaa guyyoota lamaa booda Sanbata dhufu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Taphoonni moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaa 17ffaan boqonnaa guyyoota lamaa booda Sanbata dhufu eegala.
Tapha moo’atanii darbuu kanaan osoo hin…
Biqiltuu barana dhaabamu %10 biqiltuu muduraa gosa adda addaa nyaataaf ooludha-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016(FBC)-Biqiltuu barana dhaabamu keessaa %10 biqiltuu muduraa gosa adda addaa nyaataaf oolu ta'uu pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo SHimallis…