Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsiitti pirojektoonni Birrii Miiliyoona 24.5’n ijaaramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Xiyyootti pirojektonni fayyadamummaa Hawaasaa mirkaneessan 14 Birrii miiliyoona 24.5’n ijaarama aturaan eebbifamaniiru.…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisan durfamu Aanaa Ayiraatti biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Lixaa Aanaa Ayiraatti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Gidaamitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaa magaalaa Gidaamiitti hojiilee misoomaa…
Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophiidha-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophii ta'uu Itaamaajoorshuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan…
Paakistaanitti ho’a olaanaa mudateen lubbuun namoota 500 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)-Paakistaanitti sababii ho’a olaanaan, guyyoota jaha keessatti lubbuun namoota 500 ol darbuun ibsame.
Biyyatti naannwaa Kibbaatti ho’a hedduu dabalaa…
Hoggansi sadarkaan jiru nageenya naannichaa waaressuuf murannoon hojjechuu qabu – Obbo Araggaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Rakkoo bulchiinsa gaarii fi nageenyaa naannoo Amaaraa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Araggaa Kabbadaan…
Eksipoo Shaangaayirraa sagantaa diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf muuxannoo gargaaru arganne –…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Eksipoo Shaangaayirraa sagantaa diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf muuxannoo gargaaru arganneerra jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigaalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee Waxabajjii 24, 2016 gaggeessuu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 3ffaa bara paarlaamaa 6ffaa Waxabajjii 24 fi 25, 2016 kan gaggeessu ta’uu ibsame.
Yaa’ii…
Naannichatti Waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 fi Egizibiishiniin Hojii Kalaqaa magaalaa Hawaasaatti eegalameera.
Pireezidaantii…