Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan miseensa guutuu Dhaabbata Ogummaa Idila Addunyaa taate
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan waraqaa ragaa miseensa guutuu Dhaabbata Ogummaa Idil Addunyaa fudhatte.
Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufaariyaat Kaamiil,…
Jimmaatti kaafamtoota misoomaaf manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa abbootii warraa sababa misoomaan kaafaman 48’f mana jireenyaa Birrii Miiliyoona 59.3’n ijaarame kenname.
Manneen jireenyaa…
Waraqaa Eenyummmaa Dijitaalaa damee fayyaan waliin hojjechuuf waliigalame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)-Waraqaa eenyummaa dijitaalaa damee fayyaan waliin qindeessuun hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas…
Itiyoo Teeleekoomi fiTajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)-Itiyoo Teeleekoomi fiTajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa waloon hojjechuuf walii galuun ibsame.
Daayrektarri Olaantuun Tajaajila…
Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun dubartoota 3 darbuu ibsame.
Kutaa magaalichaa aanaa 11…
Aanaa Sinaanaatti Riqichi cituun miidhaa dhaqqabsiise
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) - Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti Riqichi Laga Togonaa cituun, Konkolaataa fe'umsaa dhidhimsuu ibsame.
Balaa dhaqqabeen konkolaachisaafi namoota…
Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti kan ijaarame Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifameera.
Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa bara haaraa 2017 Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaatti…
Dooktar Abiy kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana waggaa bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii…
Ayyaanni Bara haaraa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ayyaanni Bara haaraa 2017 guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.
Barichi bara tokkummaa, jaalalaa, dhiifamaa fi nageenyii waaraa itti mirkanaa’u akka ta’u…