Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumitti…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Jilli Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumitti kilaastera Boqqolloo daawwateera.…
Ambaasaaddar Taayyeen Ministir Deetaa Ministeera Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Saabuut…
Waltajjiin marii biyyaaleessaa ajandaa walitti qabuu Dirre Dhawaatti gaggeefamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) -Waltajjiin marii biyyaaleessaa ajandaa walittii qabuu Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeefamaa ture xumurameera.
Waltajjichi qindeessummaa…
Fooramiin Magaaloota Afrikaa guddina fulduraa magaaloota Ardichaaf kallattii kan kaa’u ta’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC)- Fooramiin magaaloota Afrikaa hammattoo ajandaa 2063’n magaaloota Ardiichaa guddina fulduraaf kallattiin kan itti kaa’aamu ta’uu Ministirri Ministeera…
Jilli Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Buunnoo Beddelleetti hojiiwwan misooma midhaanii daawwateera.
Daawwannaa…
Harargeen bakka jeequmsaa osoo hin taane, lafa ulfoo nagaaf misoomaati – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti ummata waliin marii taasiisaniiru.…
Fooyyessa siistama Humnaa taasiifamaa jiru hordofee iddoolee tokko tokkotti humni elektirikaa adda…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Guutuu biyyattiitti fooyyessa Siistamaa humnaa taasiifamaa jiru hordofee iddoolee tokko tokko humni elektirikaa adda ciccituu akka danda'u Giddugalli…
Duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuuf qophiin xumuramuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Sagantaa Hagayya 17,2016 Duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuuf qophiin barbaachisuu taasifamuu Ministeerri Qonna beeksisee.
Kallattii…
Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf hojjetamaa jira – Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan.…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti hojiilee misoomaa garaa…