Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Giddugala Diyaaginosii Suwiiz daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen giddugala Diyaaginosii Suwiiz daawwataniiru.
Aadde Adaanech gama miidiya hawaasummaa…
Koonfiransii nageenyaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)-Koonfiransiin nageenyaa kutaalee hawaasaa garagaraa hirmaachise Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti gaggeeffameera.
Koonfiraansicharratti Hogganaa Biiroo…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Magaalaa Naqamteetti pirojektoota misoomaa garagaraan…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Naqamteetti pirojektoota misoomaa garaagaraa daawwate.
Haaluma…
Badhaasa Haacaaluu Hundeessaan Artiist Ilfinesh Qannoon Badhaasa umrii guutuu injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Sirni Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan gaggeeffameera.
Badhaasa kanaaf gosoota Aartii 11 kaadhimamtoonni dorgomaa turaniiru.
Artiist…
Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti pirojektiileen misoomaa Birrii miiliyoona 159 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti piroojektiileen misoomaa garaagaraa Birrii miiliyoona 159 ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni hirmaannaa…
Kantiibaa Adaanech Biraandii haaraa AMN, Chaanaalii haaraa ‘AMN Plus’ fi ‘Addis…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Biraandii haaraa AMN, Chaanaalii haaraa 'AMN Plus' fi 'Addis Talent Show'ifatti eegalchiisaniiru.…
MMI Dooktar Abiy Piroojektii Loogoo Hayiq daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaa Piroojektii Maaddii dhalootaan misoomaa jiru ‘Loogoo Hayiq’ daawwataniiru.
Piroojektichi Walloo…
Wayita Biqiltuu dhaabnuu dameewwan Diinagdeef humna dabalaa jirra- Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Wayita Biqiltuu dhaabnuu dameewwan diinagdee hundaaf humna dabalaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Naannoo…
Jilli Pir. Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojilee misoomaa daawwateera.
Jilichi waayita…
Dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa Godina Jimmaa
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godinichaatti sagantaa ashaaraa magarisaa bara kanaan biqiltuu gosa gara garaa biiliiyoonni 1.2 kan dhaabatu ta'uu Waajjirri Qonnaa godina Jimmaa…