Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni Kooriidarii Biyyattiin Daandii Badhaadhinaarraa Jiraachuu Argisiisa-Miseensota Paarlaamaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)- Hojiileen misooma kooriidarii biyyattiin daandii badhaadhinaarra jiraachuu kan argisiisu ta’uu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa dubbatan.…
Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idiilee gaggeessu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 3ffaa bara paarlaamaa 6ffaa gaggeessu eegaleera.
Ajandalee dhiyaatan raggasisuun yaa’iichi…
Feestivaalli Faashinii, Tuuriizimii fi Ispoortii Shanan Afrikaa xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti kan jalqabaa kan ta’e Feestivaalli Faashinii, Tuuriizimii fi Ispoortii Shanan Afrikaa guyyoota sadiif Finfinneetti gaggeeffamaa ture…
Jimmaatti dargaggoonni kuma 38 ol waldaan gurmaa’uun hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti dargaggoonni kuma 38 ol waldaan gurmaa’uunii hojjechaa jiraachuu Wajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa magaalichaa ibse.
Hojiin…
Itiyoophiyaan tapha Waancaa Afrikaa 2029 qopheessuuf gaafachuu Dooktar Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tapha Waancaa Afrikaa 2029 qopheessuuf gaaffii dhiyeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Gaaffiin Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaatti Turtiin keenya gammachiisaa, biyyaattinis jijjiiramarra jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Turtiin Itiyoophiyaatti taasisan akka isaan gammachiisee fi biyyattiinis jijjiiramaa saffisaarraa jiraachuu hubachuu Taphattoonni Duraanii Kubbaa Miilaa…
Dooniin Xaa’oo biyyoo kuntaala kuma 545 feete Buufata Jibuutii qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Dooniin Xaa’oo Biyyoo NPS Booroon kuntaala kuma 545 feete buufata Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiile Qonnaa Itiyoophyaa ibse.…
Lakkuu fi Obboleettii isaanii: Miidhagina Eebba Barattootaa Yuunivarsitii Madda Walaabuu
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu dameewwan garaagaraan barattoota barsiisa ture kuma 1 fi 489 eebbisiiseera.
Kanneen keessaa barattoonni lakkuun…
Yuunivarsiitiin Boongaa yeroo jalqabaaf barattoota Saayinsii Bunaan barsiise eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Boongaa yeroo jalqabaaf barattoota Saayinsii Bunaan barsiisee fi dameewan barnootaa biroon digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture…
Misooma qarqara hara laangaanoon namootaa 500 oliif carraa hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsiitti pirojektonni invastimeentii Qarqara Hara Laangaanootti argaman namoota 500 oliif carraa hojii uumuu…