Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech hojjettoota misoomaa magaalattii dabaree halkanii jajjabeessan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota hojiilee misoomaa Magaalattii sa’aatii 24 hojjetaa jiran jajjabeessan.…
Pirofeesaroota Abbaa fi Ilma
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Pirofeesar Baayyee Yimaam (Abbaa) fi Pirofeesar Qaala’aab Baayyee Yimaam (Ilma) hayyoota Yuunivarsiitiin Finfinnee horateedha.
Hayyoonni lameen…
Akka Biyyatti damee konkolaataa elektirikiin hojiileen hojjetaman jajjabeessadha-Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Akka biyyaatti damee konkolaataa elektirikiin hojiileen hojjetaman jajjabeessaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Gambeellaatti sochii dhaabbata invastimantii albuudaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Ministirri Muummee Ittaanaa Tamsageen Xurunaan Naannoo Gaambeellaa Aanaa Diimaatti sochii dhaabbata albuudaa Itinoo Akooboo daawwataniiru.…
Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 3 oliin ijaaraman Eebbaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Godina Harargee Lixaatti pirojektoonni 123 baasii Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 160 oliin ijaaraman xumuramuun Eebbaaf qophaa’uun ibsameera.…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwachaa jira.…
Oromiyaatti intarpiraayizoonni kuma 1fi 100 gara invastimantiitti ce’u-BCHUOO
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)- Barana Oromiyaatti intarpiraayizoonni kuma 1 fi 100 gara invastimantiitti kan ce’an ta’uu Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa beeksise.
Akka…
Hojiin lolaa dursanii ittisuu naannawaa Sulula Awaash eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii, qaamolee tumsitootaa waliin ta’uun naannawaa Sulula Awaashitti balaa lolaa mudachuu malu hojiin dursanii ittisuu…
Bulchiinsa Magaalichaatti Piroojektoonni 315 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoota ijaarsarra jiran 406 keessaa 315 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uu Itti Aanaan Kantibaan…
Itiyoophiyaanoonni dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaaf gara biyyaa dhufaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa biyyoota addunyaa garagaraa jiraatan gara biyyaa dhufaa jiraachuun eerame.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…