Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Sokorruutti balaa Tiraafikaa mudateen namoota 16 irraa miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) –Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti Balaa tirafikaa mudateen namoota 16 irra miidhaan qaamaa cimaa fi Salphaan qaqqabuu Qajeelcha poolisii godina Jimmaatti…
Har’a qophii Tarsiimoo Misooma Haaraa magaalaa Finfinnee ifatti eegalchiisneerra- Aadde…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qophiin tarsiimoo misoomaa haaraa ifatti eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Tarsiimoon kun…
Godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraatti sagantaa duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoof…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti sagantaa duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Hagayya 17, 2016 gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu…
Itiyoophiyaan nageenyaa fi Tokkummaa Somaaliyaa mirkaneessuuf ilmaan ishee aarsaa gochuu dabalatee…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan biyyoota ollaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu Itti Aanaa Pireezidaantii fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan…
Adeemsa kenniinsa qormaataarratti hojiin qaamoolee nageenyaa waliin hojjetame jajjabeessaadha –…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) –Adeemsa kenninsa Qormaataarratti hojiin Qaamoolee nageenyaa fi qooda fudhattoota waliin waggoottan sadan darban hojjetame jajjabeessaa ta’uu Ministirri…
Ajajni Kaaba Lixaa ergama walxaxaaf kan hin jilbiiffanne ajaja cimaadha – Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Ajajni Kaaba Lixaa dirqamaa fi ergama itti kenname gootummaan kan raawwaatu ajaja cimaa ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy simannaa Mootummaan…
Qorannoon raawwii imaammata Afaanotaarratti gaggeeffame ifoome
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Qorannoon raawwii imaammata Afaanota biyyaa keessaa akka Afaan lammaffaatti barsiisuurratti gaggeeffame ifoomeera.
Heddumina Afaanii sirna barnootaa…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa fi Paartiilee Morkatoota magaalichaa waloon Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Hoggaantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhina Magaalaa Finfinnee fi Paartilee Morkatoota waloon kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Biqiltuu dhaabaniiru.…
Naannooleen duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoof qophii xumuruu beeksisan
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Naannooleen garaagaraa duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo sadarkaa biyyaatti Hagayya 17, 2016 gaggeeffamuuf qophii xumuruu beeksisaniiru.
Naannoon…