Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Daawwanna misoomaafi marii uummataa Godinaaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffameerraa bu’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Daawwanna misoomaafi marii uummataa Godinaaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffameerraa bu'aa guddaan argamuu Itti gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa damee…
Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan marii furmaata adda baasurratti xiyyeeffate itti fufsiisuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa marii ollummaa gaarii fi tasgabbii naannaawaaf furmaata adda baasuu irratti xiyyeeffate itti fufsiisuuf waliigaluu…
Godinichatti Piroojektoonni garaagaraa 310 ol Birrii biliyoona 4 fi miliyoona 300n ijaaramaan…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Booranaatti Piroojektoonni garaagaraa 310 ol Birrii biiliyoona 4 fi miliyoona 300n ijaaramaa turan jiraattoota kuma 800 ol fayyadamoo taasiisaan…
Dacheen Wallaggaa qabeenya dilbii lafa keessaafi irraa badhaadhina Oromiyaafi Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan daawwannaa sochiiwwan misoomaa godinaalee Wallaggaatti taasisaa turan milkiin…
Dhaabbileen waamamtoota Waajjira Ministira Muummee Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa Naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Dhaabbileen waamamtoota Waajjira Ministira Muummee Tajaajila Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa naannoo Tigraayitti eegalchiisaniiru.
Tajaajilicha Gorsaan…
Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa fi Raayyaan barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa fi Raayyaan barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…
Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 600 oliin ijaaraman Eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti Pirojektoonni 963 Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 600 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Mootummaan waadaa ummataaf gale…
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota kuma 1fi 747 gosa barnoota gara garaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota kuma 1fi 747 ogummaa garaagaraan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture eebbisiiseera.…
Taphni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa har’a xumura argata
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Taphni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa falmii har’a Roomaaniyaan Neezarlaandi, Ostiriyaan ammoo Turki waliin taasiisaniin xumura argata.…
Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan walta’iinsa damee eegumsa naannawaarratti qaban kan cimsan ta’uu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan walta’iinsa damee eegumsa naannawaarratti qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan.
Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…