Browsing Category
Oduu biyya keessaa
DhMG dubartoota sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deeggarsa qaqqabsiisuuf kan hojjetu ta’uu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaatti sababa walitti bu’iinsaan dubartoota miidhamaniif deeggarsa dhaqabsiisuuf hojii hordoffii waloon…
Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota damee qonnaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xiruun hoggantoota damee qonnaa Mootummaa Federaalaa fi naannolee waliin mari’ataniiru.…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Fiildi Maarshaal…
Aanaa Kofaleetti Piroojektoonni misoomaa 53 Birrii miiliyoona 153’n hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofaleetti piroojektoonni misoomaa garagaraa 53 Birrii miiliyoona 153'n ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni…
Aanaa Dodolaatti lafa hektaara kuma 75 sanyii uwwisuuf hojjatamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti Qonna Gannaa bara 2016/2017’n lafa hektaara kuma 75 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Aanichaa…
Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota kuma 1fi 197 ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota ogummaa adda addaan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1fi 197 eebbisiiseera.
Walitti qabaa…
Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa hordofsiisu mudachuu danda’a…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaa kana Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa hordofsiisu mudachuu akka danda’a Inistiityuutiin Raaga Haala…
Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu manni marichaa hubachiise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hubachiise.
Baajatichi kaayyoo barbaadamuuf…
Biirichi ”Muuziyeemii_Saayinsii Biyyaalessaa Busaan” jedhamu Waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Biiroon Barnoota Oromiyaa Muuziyeemii_Saayinsii Biyyaalessaa Busaan jedhamuu waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera.
Biirichi barnoota…
Jarman hariiroo Itiyoopiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Jarman hariiroo Itiyoopiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu Ergamaan Addaa Gaanfa Afrikaa biyyattii Heeyiko Nitshiikaan ibsan.…