Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni Kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifame – Humni Walichaa
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifamuu Humni waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.
Qormaanni kutaa…
Bu’iitti Daa’immaan 4 lolaan fudhataman
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Godina Guraagee Bahaa Magaalaa Bu’iitti daa’imman afur lolaadhaan fudhatamuu Waajjirri Poolisii Magaalattii beeksise.
Ajajaa Poolisii Magaalattii…
Balaa Ibiddaa Dirree Dhawaan lammiileen miidhaman akka tumsaman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Giddugala Gabaa Ashawaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa guyyaa kaleessaa mudateen lammiilee miidhaan irra ga’e dandamachiisuuf hirmaannaa qindaa’aan akka…
Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
Haalumaa kanaan:
-Aadde Shawiit Shaankaa Ministira Ministeera Aadaa…
Koonfiraansiin nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffameera.
Koonfiraansichi mata duree "Dogoggora kootiin lubbuun nama tokkoo hindarbiin"…
MM Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf boru ibsa kennu.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii dilee 36ffaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal Antoonii Kaapu’aanoo waliin mari’ataniiru.…
Komishinichi Maallaqaa fi qabeenya Mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Komishiniin Namusaa fi farraa malaammaltummaa oromiyaa maallaqaa fi qabeenya mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiisuu beeksise.
Komishinichi…
Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan hojjetamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Tuuriizimii beeksise.
Fulbaanarraa eegaluun sadarkaan urjii kanaan…
Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” itti fufsiisuuf waliigalteen mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoo-Injiinariingi fi Dhaabbanni Xaaliyaan’i Daaneelii Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” jijjiramaan duraa addan cite ture itti…