Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti bara 2017 barattoota miiliyoona 10’f Tajaajilli nyaataa ni kennama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Bara barnoota 2017tti barattoota miiliyoona 10 ta’aniif tajaajilli nyaataa kan kennamu ta’uu Biiroon Barnoota naannichaa Beeksise.…
Dhaabbatichi bara baajatichaatti projeektiwwan shan xumuruuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)- Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2017tti daddabarsa humna elektirikaa fi buufatalee raabsa dabalatee pirojeektiwwan shan xumuruuf hojjechaa…
Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kabajama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa beeksise.
Ayyaanichi wayita kabajamu hojiilee gaarii…
Inisheetivii Baala Shaayii: Gulantaa Ittaanu
Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota sektara qonnaatiin milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko omisha al-ergii dabaluu, gos-daneessuufi qulqullinaan guddisuu yoota'u, galma kana milkeessuu…
Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ergamtuu Addaa Barreessaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gaanfa Afrikaatti Ergamtuu Addaa Barreessaa Dhaabbata Moorummoota Gamtoomanii…
Walitti bu’iinsa Naannolee Somaalee fi Afaaritti mudatee ture akka dhaabbatu taasifamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Walitti bu’iinsi Naannolee Somaalee fi Afaar gidduutti mudatee ture akka dhaabbatu taasifamuu Koreen Biyyaalessaa Hundaa’e beeksise.
Korichi gamaaggama…
Daandiin qilleensichaa Badhaasa GeejjibaTurizimii olaanaa badhaafame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Geejjiba Turizimii olaanaa badhaafameera.
Fooramii hoggansaa Turizimii 2024 Boostiwaanaa magaalaa…
Aadde Adaanech hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru.
Aadde Adaanech daawwannichaan booda…
Manni Barumsaa Ifa Boruu Magaalaa Shireetti ijaaramaa ture xumuramuun tajaajilaaf qophaa’e
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Deeggarsa Mootummaan Naannoo Oromiyaan Baasii Birrii miiliyoona 179'n Magaalaa Shireetti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa xumuramuun…
Daandiin qilleensichaa badhaasa ‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016 argate
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata mootummaa tajaajila si’ataa kennu jedhamuun sagalee ummataan badhaasa‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016…