Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamteetti kabajamaa Jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)_Raayyaa Ittisa biyyaatti guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti kabajamaa Jira.
Guyyichi mata Duree…
Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii tajaajila oomishtootaaf kennu guddisuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii dandeettii loojistiksii isaa guddisuun tajaajila oomishtoota Paarkiiwwan indaastirii keessatti argamaniif kennu…
Waajjirichi bu’aalee teeknooloojii ammayyaa qabiinsa odeeffannoof gargaaran tajaajila eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee bu’aalee teeknooloojii ammayyaa qabiinsa odeeffannoof gargaaran tajaajila eegalchiise.…
Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gara biyyoota birootti akka babal’istu gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gara biyyoota birootti babal’isuun dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa akka guddistu gaafatame.
Ashaaraan…
Kitaabni seenaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa “Ye Mi’iraab Jenber” jedhu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) - Kitaabni seenaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa “Ye Mi’iraab Jenber” jedhu eebbifameera.
Kitaabichi aarsaa Ajajni Lixaa bara 1970- 2017'tti daangaafi …
Dorgommiin Ogummaa sadarkaa biyyaalessaa 4ffaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC)- Dorgommiin Ogummaa kan Biyyaalessaa marsaa 4ffaan mata duree “Sammuuwwan Ifaa, Lammiilee Ogummaan ga’ooman” jedhuun geggeffamaa ture xumurameera.…
Ajajni Lixaa hojiiwwan nageenyaa fi misooma biyyaa keessatti gahee leencaa bahachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) –Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hundeeffamni waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti taa’ameera.
Marii Paanaalii kanaan Raayyaa Ittisa…
Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti sagantaa adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaana kana irratti hirmaachuufis…
Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti ga’ee isaanii ciminaan akka…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti hojii hojjechaa jiran cimsanii akka itti fufan dhaamameera.
Mareen Paanaalii Nageenya…
Oromiyaatti Foyya’iinsa Siviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Foyya’iinsa Siiviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin duraa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Siviil Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa…