Riippabliika Demokraatawa Koongootti Iiboolaan lubbuu namoota 2,231 galaafate
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Riippabliika Demokraatawa Koongootti dhibeen Iiboolaa lubbuu namoota kuma 2 fi 231 galaafate.
Dhibichi waggaa tokko keessatti lubbuu namoota kuma 2 fi…
Inshuraansii fayyaa hawaasaa Oromiyaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Koonfaransiin inshuraansii fayyaa hawaasaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Darajjee…
Corqaa (Qaaraa) baayy’inaan nyaachuun dhibee onneen qabamuu irraa nama baraara – qorannoo
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Corqaa baayy’inaan nyaachuun carraa dhibee onneen qabamuu dhibbeentaa 40 akka hir’isu qorannoon tokko ifoome.
Akka qorannoon biyya Xaaliyaanitti namoota…
Wabii fayyaa hawaasummaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Wabii fayyaa hawaasummaa magaalaa Finfinneetin jiraattota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf kan hojjetamu ta'uun ibsame.
Hogganaan Biiroo…
Bu’aa dursanii qoratamuu kaanserii hulaa gadameessaa
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – kaanserii hulaa gadameessaa dhibichaan utu hin qabamiin fi dhiibbaa osoo hin qaqqabsisiin dursanii yaalaa taasisuun dhibicha ittisuun ni danda’amaa.…
Dooktar Amiir Amaan aanoota naannoo Sumaalee garagaraa daawwatan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Ministirri Ministira Fayyaa Dooktar Amiir Amaan hoggantoota biiroo fayyaa naannoo Sumaalee waliin ta’uun naannoo Sumaalee magaalaa Godee, godina Shabalee…
Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammateera
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammachuu Ejansiin Fayyaa Ityoophiyaa beeksise.
Sagantaan wabii fayyaa…
Ciree dura sochii qaamaa taasisuun coomni akka hin baayyanne taasisa- Qorannoo
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Qorannoon tokko akka ifoomsetti ciree otuu hin nyaatin sochii qaamaa taasisuun coomni garaa keessatti akka hin baayyanne taasisa.
Ciree nyaachun dura…
Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira.
Dameen fayyaa dhuunfaa akka investimeentii biyya…
Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa’immanii ijaarrame hojii…
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa'immanii ijaarrame hojii eegaluufi.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Amiir Amaan…